June 22, 2011 – 9:50 pm | 5 Comments

Bara durii keessa jaartiin Akkoo Manooyyee jedhamtu takka angoo/taayitaa /aargattee turte. Angoo isii kanaan wonta ajaa’ibaa raawwataa/hojjataa turte. Yeroo  angoo irra jirtutti akkoon mannoyyee turte tarkaanfii asii gaditti ibsamaan tartiibaan ummata ishee irratti fudhatte:
Jalqaba namoota …

Read the full story »
Asoosama

Ateetee

Featured

Headline

Hiibboo

Mammaaksa »

Sheekh Mahammad Rashaad
June 4, 2013 – 7:45 am | No Comment

Dr. Sheekh Mahammad Rashaad

(Sheekha Yoomiyyuu hin irraanfatamne)

Wanni sabni ittiin beekkamu keessa tokko afaani. Kana hubachuun, diinni  afaan Oromoo dhabamsiisuuf ijibbata gudda godhe. Ijibbaanni diinni godhaa ture, arra namatti mul’achuullee baatu yaroo isaa sanitti, haalaan cimaa ture. Afaan Oromoo kan arra mana barnootaatti ittiin barsiifamu, waggaa 25 dura, afaan du’aaf deemu ja’mee, jachoota isaa seenaaf harshif galchinaan, kuusaa jachootaa akka qopheessaniif, Dargiin koree jaareefii ture. Read the full story »

Itti Makoo Barii
May 18, 2013 – 5:47 pm | No Comment

Itti Makoo Barii
Yaa hundee uumaa koo
Waamicha maqaa koo
Oromoo saba koo
Asittu, achittu waan walaale faalla
Ani bakkera jooraa, itti makoo mana galaa
Itti makoo barri isaatu wachalaa
Itti makoon siin dubatta, sii gubata fakkaata
Si of godhe, of si godhe, …

Dur Dur, Lukkuun Duula Yaate
April 28, 2013 – 6:05 pm | No Comment
Dur Dur, Lukkuun Duula Yaate

Dur dur , lukkuun duula yaate.
Haga yoom sodanna?
Bofa luka hin qabnee, mataa irraa kunna.
Jedhanii kakatan, fira hunda waaman.
Yeroo bira gahan bofti ciisee laale,
Innis lubbuu qabaa, sodaa dhan gutame,
Haga humna isaa,
Ofirraa lolachuuf marga keessa looye.
Arraba saa …

SEERA SAGALEE FI QUBEE AFAAN OROM’OO
November 8, 2012 – 12:59 am | No Comment

/Amaan Hedatoo Qeerransoo tiin/
Qubeen afaan kamiituu mallattoo sagalee afaanichaati. Afaanota heddu addunyaa tana keessatti dubbataman ka itti fayyadaman qubee Laatiniiti.Qubeewwan afaan Oromootis qubeewwan afaan Laatinii irraa fudhataman. Qubeen kun akkaataa bocasaaniitiin bakka lamatti qoodaman.

After the fall of Oromia
April 28, 2011 – 12:42 am | No Comment

By Totolamo Bitacha,
The following is from Teessisso Korroso, Kofale area of Arsi region. He was a very well known elder in the area and I had an opportunity to visit him before his death. He …

Nimoona
March 14, 2011 – 7:28 pm | No Comment

SEENSA
…Amma Daakanii, amma Bukeessanii, ammuma tolchuun caariggi (benii) tolchuuf jedhama. Eeyyee dhugaadha caariggii (benii) tolchuufi caariggii (benii) sana namoota yeroo dheeraaf nyaataa wajjin wal dhabanii turan baay’eetu nyaatee beela ba’a. Egaa akkuma kana kitaabni “Nimoonaa!” …

Roora’us Hambareerus
February 24, 2011 – 8:13 pm | 2 Comments

Wajji dhalatuu moti
hamtuun wajji jireenya
marartee ool bultiiti
handhurti tiyyaa teenyaa
heey’ii quudha’a feeti
hodhaan ciicoo jaalalaa
wal koonnisa lubbu’uuti
waliif wal abbalata
ameeffata qalbi’iiti
kan yaadan wal argataa.

Hamayyoo
February 24, 2011 – 8:09 pm | No Comment

Rukeessa Boruu Irraa*
Hamayyoon weedduu dubartii ta gaafa cidha Gadaati. Hamayyoon okolee tooyaati, walirraa ree qoqqocanna je’an duraanumaa isaanuu hoggaa dhayatan. Akkasuma irraa yoon isinii qooqoce je’eeti anis. Hamayyoo keessatti akaakorraa hanga obboleessatti faarsiti dubartiin-ta …

Weedduu/Weelluu Oromoo
February 9, 2011 – 6:30 pm | 4 Comments

The Oromo weelluu/weedduu (love lyric) is a short poem in verse produced by individual composer and it serves as cultural and literary reputation for the pastoralist who composes it. It is one of the most …

Mammaaksota Dubartootaa Oromoo
January 29, 2011 – 5:05 pm | 4 Comments
Mammaaksota Dubartootaa Oromoo

1.     Heeruma dharraanee(hawwinee) heerumnaan rarraane (rakkannee)
2.     Asuu oolle jette tan heerumaaf muddamte”
3.     Takkattii qayyannee taduraa hanqannee  ykn takkaa qayyannee lukaa gubanne
4.     Bakka dhiiganii hin fiigan.

Jaalala Bilisummaa
January 16, 2011 – 3:26 pm | 7 Comments
Jaalala Bilisummaa

Jaalala Bilisummaa Hiraar Gabrummaa

Boontu Dhugaa Irraa*
Hiraar gabrummaan sammuun na dhiphattee
Jaalala bilisummaan onneen na rarraatee
Jaalallee dhabeeti qaamni koo cinqamaa
Isa kan argadhu eegaa mee yoomumaa?

Lallaba Hin Dhagayamne
January 4, 2011 – 4:44 pm | 3 Comments
Lallaba Hin Dhagayamne

Asoosama kana Amaan Hedatoo-ttu barreesse.  Amaan Hedatoo amma biyya Ameerikaa, isteeta (kutaa) Koloraadoo, magaalaa Denver keessa jiraata.  Amaan waayee adda addaa irratti nama asoosamoota gaggabaaboo heddu barreesse.  Kitaaba  xumuree harkaa qabu  maxxansee  ummataa dhiheessuuf  hiree …

Ateetee
November 18, 2010 – 9:26 pm | No Comment
Ateetee

The Atete ritual shows that in the traditional Oromo society, men are functionally dependent on women in many ways (Legesse, 1973). It is a vivid indication of the place women had in the religious and …

Weeddu
November 11, 2010 – 1:13 am | One Comment

Weeddun akaaku adda adda qabdi. Weeddu kan jaalate/tan jaalatte, weedduu ijjoollee, weedduu isa garaan aare fi kkf. Dargaageesi Oromoo yoo fuudha yaade fi garaan duula andisee, taa’e weedisa. Hawwaan (haadholiinis akkasuma daa’imti akka booche hin manqaraare itti weedissu. Fuula kana jalatti weedduu isin nuuf ergitan dhiyeesina.

Lashii
October 1, 2010 – 9:33 pm | One Comment

Lashii – wayyaa, gaarii. Lashii qabda yoo jedhan, sitti wayyawe  jechu. Afaan Inglishiitti, are feeling better/well?