Articles by
Itti Makoo Barii
Yaa hundee uumaa koo
Waamicha maqaa koo
Oromoo saba koo
Asittu, achittu waan walaale faalla
Ani bakkera jooraa, itti makoo mana galaa
Itti makoo barri isaatu wachalaa
Itti makoon siin dubatta, sii gubata fakkaata
Si of godhe, of si godhe, …
Dur dur , lukkuun duula yaate.
Haga yoom sodanna?
Bofa luka hin qabnee, mataa irraa kunna.
Jedhanii kakatan, fira hunda waaman.
Yeroo bira gahan bofti ciisee laale,
Innis lubbuu qabaa, sodaa dhan gutame,
Haga humna isaa,
Ofirraa lolachuuf marga keessa looye.
Arraba saa …
Aaan maalii?
Aaan, akkoo fi akaakaa warra waljaalatu
Walitti irkatanii mudhii wal haammatu.
Baan maalii?
Baan, baallee billaachaa, billaacha balaliitu
Mukattis, lafattis kan huccuu hu’istu.
Caan maalii?
Caan, cabaa callee ti callee ishee diramtu
Gaafa ateeteeshee kan aayyoon kaayyattu.
Daan maalii?
Daan, daanawoodha; daanawoo daa’imtu
Kan …
Ati eennu?” jedhee , gaaf’e.
Lixee ba’a, dukkana halkanii uffatee
Cabsee seena, luuxee
Dallawa galma qalbii kootti, afeerraan maletti
Wallaale maal wayyaa, taasise waca gabayaa
Qalbii akka qorsootti akaayaa.
/Amaan Hedatoo Qeerransoo tiin/
Qubeen afaan kamiituu mallattoo sagalee afaanichaati. Afaanota heddu addunyaa tana keessatti dubbataman ka itti fayyadaman qubee Laatiniiti.Qubeewwan afaan Oromootis qubeewwan afaan Laatinii irraa fudhataman. Qubeen kun akkaataa bocasaaniitiin bakka lamatti qoodaman.
Taammanaa Bitimaa*
Isa kuffifamee lafarra ciisu
Silaa tolaan jarri isan-dhiisuu
Bakka itti-kufee olkaasee
Sansalata irraa babbaasee
Kan akka ejersaa isa dhaabu
Seerri-saanii-woo isan dhaabuu
Qabsoo-dha maqaan isaa
Gonfachiisaa bilisaa!
1. Bishaan yoo nama nyaatu nama kofalchiisatiini.
2. Bishaan lagaa wal hin eegu
3. Bitaan korii mirgaan korii walgeettiin koora dha
4.Wama qalte qalii tirumaan naaf gali jette jaartiin
Bara durii keessa jaartiin Akkoo Manooyyee jedhamtu takka angoo/taayitaa /aargattee turte. Angoo isii kanaan wonta ajaa’ibaa raawwataa/hojjataa turte. Yeroo angoo irra jirtutti akkoon mannoyyee turte tarkaanfii asii gaditti ibsamaan tartiibaan ummata ishee irratti fudhatte:
Jalqaba namoota …
-10-
Ka jiruun itti tolte, ilmi Gabra Xaadiq, Lammaan akka barbaade dubbata. Nama wol gahii irrattis ta’ee bakka biraatti isa dura dhaabate “eennu akka taate wol beenna” jedhee sodaachisa. Namoota karaa isaatiin qabamanii …
-9-
Jireenna keessatti jaarsa yookiin jaartii qabaachuun waan diqqaa miti. Jaarsa yookiin jaartii wolii galteen jiraatan ta’uun ammoo waan guddaa dha. Worri wolii galteen jiraatu, yoo dirqamaan fooyamu ammoo nama marara. Lafti …
-8-
“Na hin darbinaa! Na hin darbinaa! Rabbi sodaadhaa! Hin du’aa! as irraa kufee hin hafuu! Hin hafuu…” jedhee uduma inni worwaatu gamoo dheeraa woyii irraa darbinaan ol utaalee “ufffff… yaa rabbi” jedhee …
-7-
Wonni keessa jiru boolla haata’uu mana, adda hin hubanne. Waan dubbataa dhiisii wonni shokossaallee hin dhagayamu. Kutaa san keessa malumaan yoo deemu dhiphaa dha. Tontoommatte dhadhayee laale. Siidaa rukkuttaa tomtoommuu isaa …
Guddataa U. Baayyisaa Irraa*
Haadhoo
Yaa Haadhoo
Yaa haadhoo garaa migraa
Tar jette kan naaf baqaqxuu,
Fageenya lafaa gombiftee
Guyyaf halkan wal fuusifte
Daddaftee kan naa qaqqabdu;
Guddataa Irraa*
Elmataan kan kaloo seeru
Daangesse kottee ‘rraa ittisee,
Looniif tolee ardiis tolchee
Boqachiisee balaa ’rraa oolchee
Bara baraan quubsee tiksee;
Taammanaa Bitimaa Irraa*
Afaan keenya fi aadaa
Seenaa keenya fi gadaa
Dachee teenyasoo aayyoo
Biyya keenyasoo aabboo
Bakka itti-kuffifamanii
Kan olkakaasu
Sansalata gabrummaa
Kan irraa-baasu
Oromummaa, yaa Oromummaa
Gaaddisa keenya kan namummaa!
-6-
Bara tokko kophaa isaa jiraata ture; Damboobaan. Hennaa san hin fuune. Kolleejjii Barsiisotaa Hadaamaatii eebbifamee, mana barnoota jiddu galaa, ka magaalaa baadiyaa tokkotti ramadamee Afaan Oromoo kutaa torbaa fi saddeet barsiisa. Woggaa tokko booda gaaf …
-5-
Barattuu turte; Ruufo. Woggaa jaha dura, wonni isiin hin beenne woyii kutaa sagal keessaa qolee mana Damboobaa isii seensise. Mucaa baadhattee, woraqaa Damboobaan jedheen fuutee uduu gadiin bahaartu jiddumaan yoo laaltu, …
-4-
Guyyama san Shaashamannetti saa’aan saafaya gara kudhaniiti. “Heloo” jette Ruufo silkii iyyite kaaftee. “Galaa jira dammee tiyya! Akkam mee ati? Hayyuun hoo?” jedhe Damboobaan Hadaamaa irraa. “Mucaan nagayumaa… Yoo bilbilu …
By Totolamo Bitacha,
The following is from Teessisso Korroso, Kofale area of Arsi region. He was a very well known elder in the area and I had an opportunity to visit him before his death. He …
