Asoosama

Ateetee

Featured

Headline

Hiibboo

Home » Featured, Oduu-Durii

Eebba Oromoo – Prayer

Submitted by on October 27, 2010 – 4:15 amOne Comment

“Hayyee,Hayyee! Hayyee, Hayyee!

Waaqa Uumaa Waaqa Uumamaa

Waaqa Burqaa Haroo Wolaabuu,

Waaqa Sagaltama Garbaa,

Waaqa Salgan Booranaa,

Waaqa Torban Baarentummaa,

Waaqa Bokkuu Gurraachaa,

Waaqa Ciicoo Gurraattii,

Waaqa Caffee Tumaa,

Waaqa Shanan Gadaa Oromoo,

Nagayaan Nu Olchitee Nagayaan Nu Bulchii,

Nagayaan Nu Bulchite Nagayaan Nu Olchii,

Kaa Fantii Lafaan Lolte

Kaa Sammuun Waqaan Lolte,Nuraa Qabi,

Irraa-Gora Nu Olchii,

Dogoggora Nu Olchi,

Hamma Nura Qabi

Tolaa Nuti Qabi,

Xiqqaa Nu Guddisi

Gudda Nu Muldhisii

Waan Qabnuun Nu Bulchi

Rooba Nagayaa Roobi

Baraa Nagayaan Nu Basii

Gadaan Roobaa Nagayaa

One Comment »

  • ayyuu says:

    Warra Opride, jabaattanii hambaa nuuf qopheesuu keessanitti gammadeera, baga gammadan; galatoomas.

    Eebbi (blessing) Oromoo fi kadaa/kadaachuun (prayer) wal fakkatchuu malu, garuu tokko miti. Kana irratti ibsii feesisuu hin oolu.

Leave a comment!

Add your comment below, or trackback from your own site. You can also subscribe to these comments via RSS.

Be nice. Keep it clean. Stay on topic. No spam.

You can use these tags:
<a href="" title=""> <abbr title=""> <acronym title=""> <b> <blockquote cite=""> <cite> <code> <del datetime=""> <em> <i> <q cite=""> <strike> <strong>

This is a Gravatar-enabled weblog. To get your own globally-recognized-avatar, please register at Gravatar .