Articles tagged with: hunde jibaati
Otoon Waaqa Ta’ee
Waaqa guddaa nuu o’lii ta’ee
Wayin ojjachuu fedhaa
Garuu yoon waan-sana himee
Waaqaan walitti na fida
Waaqaan wali-tti nabuusa
Kanaafuu jedheen dhiisaa
