Articles tagged with: oromo proverb
Mammaaksa
Fuula kana jalaatti, Mammaaksota Oromoo, kuusa Orom-durii, warra durii-dullee, ka waan dubbatu fi akka itti dubbatus beeku dhiyeesina. Nu duuka bu’aa. Firaa fi hiriyoottan keessanniif dhaamaa. Dhalooni Oromoo durii waan baay’ee nu dhiisani dabran. Nuti hambaa sana kunuunsuun dirqama dhalootaati. Kaa beektan nuu ergaa. Takka lama jennee, kuufnee – deebifnee jiraachisuu dandeenna.
