Articles tagged with: tales
Oduu Durii: Sangoota Sadii fi Waraabessa
Lolee Waayyuu irraa*
Bara durii keessaa, sangoota sadii bifaan: Adii, Burreefi Gurraacha ta’an jaalalaan bosona keessa waliin jiraatu turan. Garuu guyyaa tokko jaalala fi tokkummaan jireenyi isaanii waraabessatti dhagaahame. Waraabo inaafe mala ittin adda isan baasu …
